Zen

Translation

Loading…

User avatar mt:weblate-translation-memory

Suggestion added

a month ago
User avatar mt:weblate-translation-memory

Suggestion added

2 months ago
User avatar emmapeel

Translation changed

3 months ago
User avatar emmapeel

Contributor joined

Contributor joined 3 months ago
User avatar Millionsi

Translation added

3 months ago
User avatar Millionsi

Contributor joined

Contributor joined 3 months ago
User avatar None

String updated in the repository

 
9 months ago
Browse all string changes

Things to check

Has been translated

Previous translation was "Kaayyoo gooroon Mootummaa jijjiiramaa keenya, biyya badhaate dhugoomsuudha. Kaayyicha milkeessuu keessatti hammattoo laalcha dinagdee addunyaawaafi dorgomaa ta’e ijaaruu kan hordofu ta’a. Haaluma kanaan, gama qonnaatiin, hanga ammaatti inisheetivoota 27, dilbii “agro-ecology” naanniichaa yaada keessa galche hojiitti hiikaa jirra. Kanneen keessaa tokko, “Labsii Jimmaa” (Jimmaa Declaration) bara 2013 magaalaa Jimmaatti labsameedha. Labsiin inisheetivii misooma dammaa kun, dhaadannoo “Oromiyaa galaana dammaa nitaasisna” jedhuun kan ifoomse ture. Inisheetiviin kun, gaagura ammayyaafi beekumsa horsiisa kanniisaa saayinsaawaa ta’e babal’dhisuu kan kaayyeffate yoota’u, hanga ammaatti aanaalee 175 godinaalee 15 keessatti argaman biratti babal’dhateera. Bara 2015 gaagura ammayyaa kuma 345 qonnaan/horsiisee bultootaaf dhiyeessuun damma toonii kuma 86 omishuun keenya niyaadatama. Bara kanas, karoorri gaagura ammayyaa mil. tokko qonnaan/horsiisee bultoota kuma 200 ol biraan gahuun dammaa toonii 113,921 fi gagaa toonii 7,081 omishuuf qabame haala gaarii irratti argama. Hanga ji’a darbeetti, gaagurri ammayyaa kuma 600 ol qonnaan bulaa bira kan qaqqabe yoota’uu, yeroo hafu keessattis karoorri qabame guutumaan guututti akka milkaa’uuf xiyyeffannaan kan hojjetamu ta’a. Akkuma ka’umsarraa yaadame, inisheetiviin misooma dammaa hammattoo laalchaa adunyaawummaafi dorgomummaa jedhuun masakamee, al-ergii naannoo keenyaa daneessuufi heddummeessuu irratti shoora guddaa bahachaa jira.".

Fix string

Reset

Glossary

English Oromo
No related strings found in the glossary.

String information

Flags
md-text, placeholders:"[@GetBridgesBot](https://t.me/GetBridgesBot)":r"^\* ":r"\]\([^h/].*?\)":EF6E286DDA85EA2A4BA7DE684E2C6E8793298290:r"^#*\ ":r"^-\ "
String age
9 months ago
Last updated
9 months ago
Source string age
9 months ago
Translation file
contents+om.po, string 1